Recent Updates
-
Please log in to like, share and comment!
-
-
Labsiin yeroo madamaa waggaa tokkoon dura labsame akkuma ka’een baatiiwwan muraasaan booda ammas irra deebiyee labsameera. Haa ta’u malee labsiin tibbanaa kunis gaaffiiwwaniifi taateewwan baayyeen kan marfame ta’unsaa caalaa mataduree marii taasiseera.WWW.BBC.COMGaaffiiwwan labsiin yeroo muddamaarratti ka'aa jiranLabsiin yeroo madamaa waggaa tokkoon dura labsame akkuma ka’een baatiiwwan muraasaan booda ammas irra deebiyee labsameera. Haa ta’u malee labsiin tibbanaa kunis gaaffiiwwaniifi taateewwan baayyeen kan marfame ta’unsaa caalaa mataduree marii taasiseera.

Rakkinni nageenyaa biyyattiin wayita ammaa kana keessatti argamtu yaachiisaadha jechuun, mootummaan Itoophiyaa Jimaata darbee labsii yeroo muddamaa labseera. Labsichis dhimmoota lammiileen akka hinraawwanne dhorke tarreesseera.WWW.BBC.COMLabsiin yeroo muddamaa maal fa'i dhorka?Rakkinni nageenyaa biyyattiin wayita ammaa kana keessatti argamtu yaachiisaadha jechuun, mootummaan Itoophiyaa Jimaata darbee labsii yeroo muddamaa labseera. Labsichis dhimmoota lammiileen akka hinraawwanne dhorke tarreesseera.
-
Dhaabbanni gargaarsaa idil addunyaa kun gabaasa miidhaa saalaa bara 2011 yeroo jalqabaaf maxxanseera.WWW.BBC.COMShakkamtoonni Okisfaam ragaa sodaachisan jedhameDhaabbanni gargaarsaa idil addunyaa kun gabaasa miidhaa saalaa bara 2011 yeroo jalqabaaf maxxanseera.
-
Barbaachi daandii xayyaaraa Iraaan kaleessa kufe akka itti fufu murtaawus, namoonni 66 xayyaaricha keeessa turan hunduu du'uu hin oolan jedhamee sodaatamaa jira.WWW.BBC.COMBalaa xiyyaara Iraaniin maatiin odeeffannoo eeggachaa jiruBarbaachi daandii xayyaaraa Iraaan kaleessa kufe akka itti fufu murtaawus, namoonni 66 xayyaaricha keeessa turan hunduu du'uu hin oolan jedhamee sodaatamaa jira.
-
Magaalaa guddoo Biraaziil Biraziiliyaa keessatti manni hidhaa to'annoo hidhamtootaa jala galeera.WWW.BBC.COMBiraazilitti hidhamtoonni mana hidhaa to'atanMagaalaa guddoo Biraaziil Biraziiliyaa keessatti manni hidhaa to'annoo hidhamtootaa jala galeera.

More Stories