Rakkinni nageenyaa biyyattiin wayita ammaa kana keessatti argamtu yaachiisaadha jechuun, mootummaan Itoophiyaa Jimaata darbee labsii yeroo muddamaa labseera. Labsichis dhimmoota lammiileen akka hinraawwanne dhorke tarreesseera.

0 Comments
1 Shares