0 Comments
0 Shares
Directory
-
Please log in to like, share and comment!
-
Loltuun buufata sakatta'iinsaa Kooriyaa Kibbaatti duumessa keessa dhokatee utuu darbaa jiruu argame.Loltuun buufata sakatta'iinsaa Kooriyaa Kibbaatti duumessa keessa dhokatee utuu darbaa jiruu argame.WWW.BBC.COMKooriyaan Kibbaa dhukaasa akeekkachiisaa raawwatteLoltuun buufata sakatta'iinsaa Kooriyaa Kibbaatti duumessa keessa dhokatee utuu darbaa jiruu argame.0 Comments 0 Shares
-
Humnooti siyaasaa Sudaan Kibbaa walii galtee nageenyaa bara 2015 mallattaa'e hojiirra oolchuuf Finfinneetti mari'ataa jiru.Humnooti siyaasaa Sudaan Kibbaa walii galtee nageenyaa bara 2015 mallattaa'e hojiirra oolchuuf Finfinneetti mari'ataa jiru.Dararaa lammiilee Sudaan Kibbaa dhaabuuf carraa dhumaaHumnooti siyaasaa Sudaan Kibbaa walii galtee nageenyaa bara 2015 mallattaa'e hojiirra oolchuuf Finfinneetti mari'ataa jiru.0 Comments 0 Shares
-
Hedduun ibsi Koree Hoji Raawwachiiftuu ADWUI baasee kan eegan akka hin turre dubbatu. Caalaayyuu ibsichi dhimmootuma kanaan dura turan malee haala biyyattiin amma keessatti argamtu xiyyeeffannaa keessa kan hin galchin ta'uutu dubbatama.Hedduun ibsi Koree Hoji Raawwachiiftuu ADWUI baasee kan eegan akka hin turre dubbatu. Caalaayyuu ibsichi dhimmootuma kanaan dura turan malee haala biyyattiin amma keessatti argamtu xiyyeeffannaa keessa kan hin galchin ta'uutu dubbatama.WWW.BBC.COMIbsi Koree Hojii Raawwachiiftuu ADWUI qeeqameHedduun ibsi Koree Hoji Raawwachiiftuu ADWUI baasee kan eegan akka hin turre dubbatu. Caalaayyuu ibsichi dhimmootuma kanaan dura turan malee haala biyyattiin amma keessatti argamtu xiyyeeffannaa keessa kan hin galchin ta'uutu dubbatama.0 Comments 0 Shares
-
Lammiileen Itoophiyaa dhimmoota siyaasaa garaa garaan biyyaa baqatani buufata Dadaabitti argaman rakkoon itti cimuu himu.Lammiileen Itoophiyaa dhimmoota siyaasaa garaa garaan biyyaa baqatani buufata Dadaabitti argaman rakkoon itti cimuu himu.WWW.BBC.COMJireenya lammiilee Itoophiyaa buufata baqattootaa DadaabLammiileen Itoophiyaa dhimmoota siyaasaa garaa garaan biyyaa baqatani buufata Dadaabitti argaman rakkoon itti cimuu himu.
-
Xaaliyaan Odola Siisiilii keessatti hojataan ambulaansii lubbuu namoota 3 dabarsuun qarshiin kaffalameeraaf jedhamee shakkame to'annoo jela ooleera.Xaaliyaan Odola Siisiilii keessatti hojataan ambulaansii lubbuu namoota 3 dabarsuun qarshiin kaffalameeraaf jedhamee shakkame to'annoo jela ooleera.WWW.BBC.COMHojataan ambulaansii ajjeechaa namaatiin to'annoo jala ooleXaaliyaan Odola Siisiilii keessatti hojataan ambulaansii lubbuu namoota 3 dabarsuun qarshiin kaffalameeraaf jedhamee shakkame to'annoo jela ooleera.0 Comments 0 Shares
-
Biyyoonni addunyaa beekamtii Ameerikaan Jerusaalem magaalaa Israa'el jechuun kennite akka kaaftu dhaaman.Biyyoonni addunyaa beekamtii Ameerikaan Jerusaalem magaalaa Israa'el jechuun kennite akka kaaftu dhaaman.WWW.BBC.COMUN ejjennoo Tiraampi Jerusaalem irratti qaban kuffiseBiyyoonni addunyaa beekamtii Ameerikaan Jerusaalem magaalaa Israa'el jechuun kennite akka kaaftu dhaaman.0 Comments 0 Shares
-
Lammiileen sababa walitti bu'iinsa naannolee daangaa Oromiyaa fi Somaalee gidduu jiruun qe'ee fi qabeenya isaanii irraa kan buqqa'an Oromiyaa bakka gara garaa qubachiifamuuf jedhu.Lammiileen sababa walitti bu'iinsa naannolee daangaa Oromiyaa fi Somaalee gidduu jiruun qe'ee fi qabeenya isaanii irraa kan buqqa'an Oromiyaa bakka gara garaa qubachiifamuuf jedhu.WWW.BBC.COMEgeree lammiilee naannoo Somaalee irraa buqqa'aniiLammiileen sababa walitti bu'iinsa naannolee daangaa Oromiyaa fi Somaalee gidduu jiruun qe'ee fi qabeenya isaanii irraa kan buqqa'an Oromiyaa bakka gara garaa qubachiifamuuf jedhu.