Hedduun ibsi Koree Hoji Raawwachiiftuu ADWUI baasee kan eegan akka hin turre dubbatu. Caalaayyuu ibsichi dhimmootuma kanaan dura turan malee haala biyyattiin amma keessatti argamtu xiyyeeffannaa keessa kan hin galchin ta'uutu dubbatama.

0 Comments
0 Shares