Lammiileen sababa walitti bu'iinsa naannolee daangaa Oromiyaa fi Somaalee gidduu jiruun qe'ee fi qabeenya isaanii irraa kan buqqa'an Oromiyaa bakka gara garaa qubachiifamuuf jedhu.