• Why Ethiopia’s All-woman Flight Crew Is a Big Deal ― Travel+Leisure
    0 Comments 0 Shares
  • Loltuun buufata sakatta'iinsaa Kooriyaa Kibbaatti duumessa keessa dhokatee utuu darbaa jiruu argame.
    Loltuun buufata sakatta'iinsaa Kooriyaa Kibbaatti duumessa keessa dhokatee utuu darbaa jiruu argame.
    WWW.BBC.COM
    Kooriyaan Kibbaa dhukaasa akeekkachiisaa raawwatte
    Loltuun buufata sakatta'iinsaa Kooriyaa Kibbaatti duumessa keessa dhokatee utuu darbaa jiruu argame.
    0 Comments 0 Shares
  • Humnooti siyaasaa Sudaan Kibbaa walii galtee nageenyaa bara 2015 mallattaa'e hojiirra oolchuuf Finfinneetti mari'ataa jiru.
    Humnooti siyaasaa Sudaan Kibbaa walii galtee nageenyaa bara 2015 mallattaa'e hojiirra oolchuuf Finfinneetti mari'ataa jiru.
    Dararaa lammiilee Sudaan Kibbaa dhaabuuf carraa dhumaa
    Humnooti siyaasaa Sudaan Kibbaa walii galtee nageenyaa bara 2015 mallattaa'e hojiirra oolchuuf Finfinneetti mari'ataa jiru.
    0 Comments 0 Shares
  • Hedduun ibsi Koree Hoji Raawwachiiftuu ADWUI baasee kan eegan akka hin turre dubbatu. Caalaayyuu ibsichi dhimmootuma kanaan dura turan malee haala biyyattiin amma keessatti argamtu xiyyeeffannaa keessa kan hin galchin ta'uutu dubbatama.
    Hedduun ibsi Koree Hoji Raawwachiiftuu ADWUI baasee kan eegan akka hin turre dubbatu. Caalaayyuu ibsichi dhimmootuma kanaan dura turan malee haala biyyattiin amma keessatti argamtu xiyyeeffannaa keessa kan hin galchin ta'uutu dubbatama.
    WWW.BBC.COM
    Ibsi Koree Hojii Raawwachiiftuu ADWUI qeeqame
    Hedduun ibsi Koree Hoji Raawwachiiftuu ADWUI baasee kan eegan akka hin turre dubbatu. Caalaayyuu ibsichi dhimmootuma kanaan dura turan malee haala biyyattiin amma keessatti argamtu xiyyeeffannaa keessa kan hin galchin ta'uutu dubbatama.
    0 Comments 0 Shares
  • Lammiileen Itoophiyaa dhimmoota siyaasaa garaa garaan biyyaa baqatani buufata Dadaabitti argaman rakkoon itti cimuu himu.
    Lammiileen Itoophiyaa dhimmoota siyaasaa garaa garaan biyyaa baqatani buufata Dadaabitti argaman rakkoon itti cimuu himu.
    WWW.BBC.COM
    Jireenya lammiilee Itoophiyaa buufata baqattootaa Dadaab
    Lammiileen Itoophiyaa dhimmoota siyaasaa garaa garaan biyyaa baqatani buufata Dadaabitti argaman rakkoon itti cimuu himu.
    Like
    1
    0 Comments 0 Shares
  • Xaaliyaan Odola Siisiilii keessatti hojataan ambulaansii lubbuu namoota 3 dabarsuun qarshiin kaffalameeraaf jedhamee shakkame to'annoo jela ooleera.
    Xaaliyaan Odola Siisiilii keessatti hojataan ambulaansii lubbuu namoota 3 dabarsuun qarshiin kaffalameeraaf jedhamee shakkame to'annoo jela ooleera.
    WWW.BBC.COM
    Hojataan ambulaansii ajjeechaa namaatiin to'annoo jala oole
    Xaaliyaan Odola Siisiilii keessatti hojataan ambulaansii lubbuu namoota 3 dabarsuun qarshiin kaffalameeraaf jedhamee shakkame to'annoo jela ooleera.
    0 Comments 0 Shares
  • Biyyoonni addunyaa beekamtii Ameerikaan Jerusaalem magaalaa Israa'el jechuun kennite akka kaaftu dhaaman.
    Biyyoonni addunyaa beekamtii Ameerikaan Jerusaalem magaalaa Israa'el jechuun kennite akka kaaftu dhaaman.
    WWW.BBC.COM
    UN ejjennoo Tiraampi Jerusaalem irratti qaban kuffise
    Biyyoonni addunyaa beekamtii Ameerikaan Jerusaalem magaalaa Israa'el jechuun kennite akka kaaftu dhaaman.
    0 Comments 0 Shares
  • Lammiileen sababa walitti bu'iinsa naannolee daangaa Oromiyaa fi Somaalee gidduu jiruun qe'ee fi qabeenya isaanii irraa kan buqqa'an Oromiyaa bakka gara garaa qubachiifamuuf jedhu.
    Lammiileen sababa walitti bu'iinsa naannolee daangaa Oromiyaa fi Somaalee gidduu jiruun qe'ee fi qabeenya isaanii irraa kan buqqa'an Oromiyaa bakka gara garaa qubachiifamuuf jedhu.
    WWW.BBC.COM
    Egeree lammiilee naannoo Somaalee irraa buqqa'anii