-
-
-
-
-
-
Class of Information System Engineering
-
-
Recent Updates
-
Namichi tokko , Haadha manaa utuu qabuut, haadha manaa ijoollee taate tokko fuudhee , haatimanoota isaa kun lamaan namicha kana baayyee jaallatu turan, rifeensi mataa namicha kanaa rifeensa adii(harrii) fi gurraachaan walmakeera, kanaaf yeroo namichi haadha manaa isaa ishee duraa bira deemu akka inni ishee qofa jaallatu waan barbaadduuf, mataa isaa qaqqaabattee maal inni jaarsa kana akka dargaggeessaa godhuu jechaa rifeensa isa gurraacha keessaa bubuqqifti, yeroo inni haadha manaa ishee lammaffaa bira deemu immoo isheenis akkainni isheeqofa jaallatuu waan barbaadduuf, utuu jaarsi dargaggeessa fakkaatee waan jaallattuuf, mataa isaa qaqqabattee maalinni gurbaa kana akka jaarsaa godhuu jechaa rifeensa isa adii mataa isaa irraa bubuqqifti... haala kanaan utuu jiraatuu namicha irraa mataa isaa fixanii moluu taasisan jedhama. GalatoomaaNamichi tokko , Haadha manaa utuu qabuut, haadha manaa ijoollee taate tokko fuudhee , haatimanoota isaa kun lamaan namicha kana baayyee jaallatu turan, rifeensi mataa namicha kanaa rifeensa adii(harrii) fi gurraachaan walmakeera, kanaaf yeroo namichi haadha manaa isaa ishee duraa bira deemu akka inni ishee qofa jaallatu waan barbaadduuf, mataa isaa qaqqaabattee maal inni jaarsa kana akka dargaggeessaa godhuu jechaa rifeensa isa gurraacha keessaa bubuqqifti, yeroo inni haadha manaa ishee lammaffaa bira deemu immoo isheenis akkainni isheeqofa jaallatuu waan barbaadduuf, utuu jaarsi dargaggeessa fakkaatee waan jaallattuuf, mataa isaa qaqqabattee maalinni gurbaa kana akka jaarsaa godhuu jechaa rifeensa isa adii mataa isaa irraa bubuqqifti... haala kanaan utuu jiraatuu namicha irraa mataa isaa fixanii moluu taasisan jedhama. GalatoomaaPlease log in to like, share and comment!
-
-
More Stories