
Directory
-
Please log in to like, share and comment!
-
-
-
Xiyyaarri biyyattii 'AG600' jedhamu bal'ina baallii gara meetira 40 qabu kuni yaalii yeroo jalqabaa sa'aatii tokkoof balali'eera.Xiyyaarri biyyattii 'AG600' jedhamu bal'ina baallii gara meetira 40 qabu kuni yaalii yeroo jalqabaa sa'aatii tokkoof balali'eera.WWW.BBC.COMChaayinaan xiyyaara bishaaniifi qilleensarra deemu hojjettee mul'ifteXiyyaarri biyyattii 'AG600' jedhamu bal'ina baallii gara meetira 40 qabu kuni yaalii yeroo jalqabaa sa'aatii tokkoof balali'eera.0 Comments 0 Shares
-
Kaanaadaan 'sirna bulchiinsa Maaduuroo, faallaa dimookiraasii ta'e'' irratti dhiibbaa gochuu akka itti fuftu beeksifte.Kaanaadaan 'sirna bulchiinsa Maaduuroo, faallaa dimookiraasii ta'e'' irratti dhiibbaa gochuu akka itti fuftu beeksifte.WWW.BBC.COMKaanaadaan ambaasaaddara Venezuweelaa biyyaa ariiteKaanaadaan 'sirna bulchiinsa Maaduuroo, faallaa dimookiraasii ta'e'' irratti dhiibbaa gochuu akka itti fuftu beeksifte.0 Comments 0 Shares
-
Humni waraanaa Royaal akka jedhetti dooniin waraanaa saffisaa 'HMS St Albans' jedhamu naannoo lafa bishaanii Yunaayitid Kingidam (UK) akka to'atu waamame.Humni waraanaa Royaal akka jedhetti dooniin waraanaa saffisaa 'HMS St Albans' jedhamu naannoo lafa bishaanii Yunaayitid Kingidam (UK) akka to'atu waamame.WWW.BBC.COMDooniin waraanaa Yunaayitid Kingidam kan Raashiyaa hordofeHumni waraanaa Royaal akka jedhetti dooniin waraanaa saffisaa 'HMS St Albans' jedhamu naannoo lafa bishaanii Yunaayitid Kingidam (UK) akka to'atu waamame.0 Comments 0 Shares
-
Ijaarsa hidha guddichaatiin walqabatee oggantoota Itoophiyaafi Masirii jidduutti mariin yeroo garaa garaa gaggeefamu illeen hanga ammaattu osoo waliigaltee tokko irra hingahiin turaniiru. Amma ammoo Masiriin yaada haaraadhaan dhiyaatte jirti.Ijaarsa hidha guddichaatiin walqabatee oggantoota Itoophiyaafi Masirii jidduutti mariin yeroo garaa garaa gaggeefamu illeen hanga ammaattu osoo waliigaltee tokko irra hingahiin turaniiru. Amma ammoo Masiriin yaada haaraadhaan dhiyaatte jirti.WWW.BBC.COMMasiriin waa'ee hidha guddichaa irratti yaada haaraa dhiyeessiteIjaarsa hidha guddichaatiin walqabatee oggantoota Itoophiyaafi Masirii jidduutti mariin yeroo garaa garaa gaggeefamu illeen hanga ammaattu osoo waliigaltee tokko irra hingahiin turaniiru. Amma ammoo Masiriin yaada haaraadhaan dhiyaatte jirti.0 Comments 0 Shares
-
Manni murtii Olaanaa Federaalaa dhaddachi yakkaa afraffaa dhimma Muummicha Ministiraa humaan qabamanii akka ragaa ittisaatti mana murtiitti yaa dhiyaatan jedhu ilaaluuf waree boodatti beellama qabatulleen osoo hinkaasiin darbeera.Manni murtii Olaanaa Federaalaa dhaddachi yakkaa afraffaa dhimma Muummicha Ministiraa humaan qabamanii akka ragaa ittisaatti mana murtiitti yaa dhiyaatan jedhu ilaaluuf waree boodatti beellama qabatulleen osoo hinkaasiin darbeera.WWW.BBC.COMMuummichi Ministiraa humnaan mana murtiitti akka dhiyaatan gaafatameManni murtii Olaanaa Federaalaa dhaddachi yakkaa afraffaa dhimma Muummicha Ministiraa humaan qabamanii akka ragaa ittisaatti mana murtiitti yaa dhiyaatan jedhu ilaaluuf waree boodatti beellama qabatulleen osoo hinkaasiin darbeera.0 Comments 0 Shares