Garee jila olaanoo motummaa Ertiraa ministira ajjaalaa alaa Ertiraa Osimaan Saalihii fi gorsaa pirezidaantii Yamaana Gabra'abiin ogganame kalleessa guyyaa Itoophiyaa yoo galan simannaa ho'aan taasifameefiin booda, affeerraa masaraa biyyaalleessaatiin boodas ministiri mummee Itoophiyaafi bakka bu'aan Ertiraa haasaa taasisaniiru.

0 Comments
0 Shares