Oromoon Irreessa lama qaba: Irreessa Malkaafi Irreessa Tulluu. Irreessi tulluu kan Oromoon tulluutti ba'uun waaqa bona guutuu irraa fagaatee ture roobaan nutti dhiyaadhu jedhee kadhatuudha.

Irreechi Tulluu kabajamaa jira
Oromoon Irreessa lama qaba: Irreessa Malkaafi Irreessa Tulluu. Irreessi tulluu kan Oromoon tulluutti ba'uun waaqa bona guutuu irraa fagaatee ture roobaan nutti dhiyaadhu jedhee kadhatuudha.
0 Comments 0 Shares