Walitti bu'iinsa hirmaattonni kabaja ayyaana boromtaa cubbaafi humnoota nageenyaa jidduutti Sanbata darbee umameen, lubbuun namoota torbaa darbuufi kanneen kudhanii ol ta'an ammoo miidhaaf saaxilamuu, motummaan naannichaa beeksiisee ture. Rakkinichi har'as itti fufuusaatiin, jiraattonni sodaan marfamuu isaanii dubbatan.

WWW.BBC.COM
Waldiyaan har'as rakkoo keessa jirti jedhame
Walitti bu'iinsa hirmaattonni kabaja ayyaana boromtaa cubbaafi humnoota nageenyaa jidduutti Sanbata darbee umameen, lubbuun namoota torbaa darbuufi kanneen kudhanii ol ta'an ammoo miidhaaf saaxilamuu, motummaan naannichaa beeksiisee ture. Rakkinichi har'as itti fufuusaatiin, jiraattonni sodaan marfamuu isaanii dubbatan.
Like
2
1 Comments 0 Shares