Haalli walitti bu'insaa eeddoo garaa garaatti mul'atuus lammiileetti yaaddoo ta'unsaa hinollee. Haalili kunis magaalaa guddittii teessoo dhaabbilee siyaasaa biyyattii taata Finfinnee keessatti adda bahee mul'achu baatulleen, keessa keessa miirri jira kan jedhu ni dhagahama.