Ibsi walgahii koree hojii raawwachiftuu ADWUI guyoota 17 fudhateen booda baahees, haala biyyattiin keessatti argamtuuf deebii kenneera kan jedhan akkuma jiran, lammiilee propaagaandaadhuma barame malee waan addaa hinqabne jedhan jiru. Yaada gama lamaanuu argachuuf yaallee jirra.