0 Comments
0 Shares
Directory
-
Please log in to like, share and comment!
-
WWW.BBC.COMRakkolee biyyaattiifi magaalaa FinfinneeHaalli walitti bu'insaa eeddoo garaa garaatti mul'atuus lammiileetti yaaddoo ta'unsaa hinollee. Haalili kunis magaalaa guddittii teessoo dhaabbilee siyaasaa biyyattii taata Finfinnee keessatti adda bahee mul'achu baatulleen, keessa keessa miirri jira kan jedhu ni dhagahama.0 Comments 0 Shares
-
WWW.BBC.COMLammiileen 700 Bokoo Haraam harkaa bahanHumni waraanaa Naayijeriyaas tarkaanfii dulaa dhiheenya fudhateen namoota 700 ol bokoo haraam harkaa bahusaanii dubbataaa jira.0 Comments 0 Shares
-
WWW.BBC.COMChaayinaan daldala ilkaan harbaa dhorkiteChaayinaa biyyi daldalli ilkaan harbaa keessatti gaggeefamuun beekamtu tunis, seera daldala dhorkuuf bara tare baafte kan cimsuu hojiirra olchuu eegalte. Kuis tarkaanfii gaarii jedhameera.0 Comments 0 Shares
-
WWW.BBC.COMIbsa koree hojii raawwachiftu ADWUI irratti qabxiilee muraasaIbsi walgahii koree hojii raawwachiftuu ADWUI guyoota 17 fudhateen booda baahees, haala biyyattiin keessatti argamtuuf deebii kenneera kan jedhan akkuma jiran, lammiilee propaagaandaadhuma barame malee waan addaa hinqabne jedhan jiru. Yaada gama lamaanuu argachuuf yaallee jirra.0 Comments 0 Shares
-
WWW.GCAO.GOV.ETየቢሾፍቱ አውቶሜቲቭ ኢንዳስትሪ ሀገሪቱ ለተሽከርካሪ የምታወጣውን የውጭ ምንዛሬ እያስቀረ ነው - displayNews - GCAOየቢሾፍቱ አውቶሜቲቭ ኢንዳስትሪ የአገሪቱን ሚሊተሪ ግብዓት ከመደገፉም ባሻገር የተለያዩ ተሸከርካሪዎችን በመገጣጠም የውጭ ምንዛሬን እያስቀረ ነው ተባለ0 Comments 0 Shares
-
WWW.GCAO.GOV.ETየኢትዮ ጂቡቲ የባቡር ትራንስፖርት የመጓጓዣ ታሪፍ ይፋ ሆነ፡፡ - displayNews - GCAOየኢትዮ ጂቡቲ የባቡር ትራንስፖርት አገልግሎት የመጓጓዣ ታሪፍ ይፋ ሆነ።0 Comments 0 Shares
-