Waamicha mootummaan Itoophiyaa baatii muraasaan dura dhaabbilee siyaasaa biyya alaatti argamaniif taasiseen, hedduun fuulasaanii gara biyyaatti deebisaniiru. ABOn gama kanaan maal yaadaa jira? Hayyu-dureen dhaabichaa Obbo Dawud Ibsaa BBC'tti himaniiru.

0 Comments
0 Shares